1 Samuel 25:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Nabalini waan jed'eeni, Daudini kunini eenu kana? Anini taka maqa isaa ind'ageenne. Bara kana tisseleeni hedduuni abbooti duraa baqatu waan lafa guute!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Naabaal deebisee hojjattoota Daawitiitiin, «Daawitiin kun eennu? ilmi Isseyii kun eennu? bara kana hojjattoonni mootii jalaa bada'aaran baay'ataniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Naabaalille deebisee tajaajiltoota Daawitiitiin, «Daawitiin kun eennu inni? Ilmi Iseyii kun eennu inni? Bara kana tajaajiltooti bacaan goottota ifii jalaa badiisatti jiran.