1 Samuel 25:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini maanifi qit'afi bisaanifi hori anini worra ree naa tissu qale, fuud'e, nama anini gara inni baheefi imbeenne keenna?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu maaf ani buddeenaa fi bisaan kiyya worra rifeensa hoolotaa muraniif qophaaye fuudhee namoota garana dhufanii hin beennetti kenna!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani daabbo'oo fi bisaan, foon worra rifeensa hoolee tiyya irraa quxanuuf qopheesse, namoota addee isaan dhufaneen hin beenneef maaf kenna ree?» jedhe.