1 Samuel 25:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari Daudii gara isaa dachae dubbi Nabatini jed'e taani ch'ufa iti hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri ergamellee dhufanii waan Naabaal jedhe Daawititti himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre dargaggooti Daawitii duubatti deebi'anee waan Naabaal jedhe mara Daawititti himane.