1 Samuel 25:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojattuuni Nabali toko waan niiti Nabali ta Abigaili jed'aniini jette Daudini lafa aloo keesa d'aamsa gara abba keenna erge, ammo inni worra arabse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjattoota Naabaalii keessaa namni tokko gara haadha manaa isaa gara Abigiya'aa dhaqee «Daawiti lafa gammoojji'ii keessaa namoota ergee gooftaa keenna nagaya gaafatan; gooftaan keenna garuu isaan ari'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dargaggoota san keessaa tokkochi Abigaayil, haadha manaa Naabaaliitiin, «Daawiti goomolee keessaa namoota ergee, goottaa keenna nageya gaafateeraayyu; goottaan keenna ammoo isaan arrasse.