1 Samuel 25:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo tatule worri kunini guddo nu qarqaare; taka waan keenna inhanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jarri sun nu'uuf worra mimmishaa turan; nu hin tundhe; hennaa isaan woliin jiraannu maraa wonti tokkollee nu jalaa hin banne; isaan woliin hennaa bosona keessa jirru maraa womaa nu jalaa hin hanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Silaa namooti kun nu'uuf worra dansa'a; isaan nu hin miine; bara isaan woliin diida keessa jirru mara wonni tokkolle nu duraa hin banne.