1 Samuel 25:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa nu worra woliini jiru, ka nu hori tissinu, worri halkani guyya nu qoqorate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan bara nu isaan woliin hoolota keenna tiffata'aa turre maraa guyya'aa fi halkanillee naannoo keennatti dallaya nuu ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara nuuti hoolota teenna tiffataa isaan woliin turre mara halkanii fi guyyaa isaan adaala keennatti akka dalleyaa nu'uuf te'ane.