1 Samuel 25:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato isiini harre yaabate gaara toko ira maru jirtu, ka imbeekatini, Daudifi jara isaatini woli ira buani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu isiin harree yaabbattee karaa mammaramaa keessa deema'aartu Daawitii fi namoonni isaa gara isi'ii gad dhufan; isiinillee isaan wolitti dhufte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin harree irra teettee gaaratti gollattee gad bu'iisatti adoo jirtuu, Daawitii fi namooti isaa gara isi'ii gad itti dhufane; isiille isaan dhaggite.