1 Samuel 25:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini qara waan jed'e, Anini maanifi hori namicha kana lafa aloo tana keesati qorqorti isaati ufi gaargalcha? Wonti isaa tokoleeni ka ira hatani injirtu, galati inni namaa galchu kana?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti onnee ufii keessatti akkana jedha'aa ture, «Ani horii namicha kanaa keessaa tokkollee akka hin banneetti lafa gammoojji'ii keessatti eeguun kiyya dhugama; horii isaa gammoojjii keessatti akkanumaan tissee! inni bikka mishummaa kiyyaa waan hamaa naa deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitille, «Ani goomolee keessatti qabeenni namicha kanaa akka hin banne toluma isaaf eegee? Ani isa irraa waan tokkolle hin fudhanne. Inni ammoo waan dansaa ani isaaf huje waan hantuu naaf deebise.