1 Samuel 25:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini worra nama kana ka d'iira ato lafti imbariini infit'ini, Waaqi na ijeesinna!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu lafti hin bariine namoota isaa maraa keessaa dhiira maraa yoo ani hin ajjeefne Rabbi na haa ajjeesu!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Boru ganama waan isaa mara keessaa dhiira tokkolle yoo ani hambure, Waaqi na ijjeesuu ti» jedhe.