1 Samuel 25:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle aabbo kiyya, wollaala anini tolche ch'ufa biraa naa deemi. AABBO Waaqi siifi d'aloota kanke hayyu tolcha, waan atini maqa isaatini nyaapa isaa ch'ufa dabsatteefi, atini haga jirtu waan hamtule intolchitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaa kiyya! ati lola Rabbii waan loltuuf Rabbi dhugamaan mootummaa kee hin jabeessaa bara jireenna keetii maraa hammeenni si biratti hin argamin; yabo'oo cubbuu kiyya ka garbittii teetii dhiisiif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa ati goottaan kiyya lola Mootii Waan Maraa loliisatti jirtuuf, Mootiin Waan Maraa mootummaa sanyii teeti hin jabeessa; ati maganne'e yakkaa ana tajaajiltuu teetii naaf araarami; bara jiruu teetii mara hammeenni si irratti hin dhaggamin.