1 Samuel 25:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami si had'e si ijeesu fed'u AABBO Waaqi kanke si qorqorata, akuma nami waan ufi jabeese qorqoratu. Inni akuma nami d'akha gullubaani darbu nyaapa kanke siraa darbe lafa buusa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni si miidhu'uu fi si ajjeesu'uuf yoo yaadellee Rabbi lubbuu tee nagayaan jiraachisa; lubbuun diintota keetii ammo akka namni dhagaa furaanfurrisaan darbuutitti darbamti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eennulle si ijjeesiisaaf yennaa si ari'elle, lubbuun goottaa kiyyaa subba Mootii Waan Maraa ka Waaqa keetii keessatti nageyaan hin eeganti; lubbuu diinota keetii ammoo akka dhakaa looyyaa keessaa hin qolaansan.