1 Samuel 25:3 — Compare Translations

1 translations compared side by side

Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaan isaa Naabaal; maqaan haadha manaa isaalle Abigaayil. Isiin dubartii qalbittii shaggitti'i; abbaan manaa isi'ii ammoo nama gadhi-laafummaa hin qanne ka waan hantuu huju; inni sanyii Kaalebii ti.