1 Samuel 25:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle hojja AABBO Waaqi waan dansa ch'ufa ka inni sii kakhate guute hayyu Israeli si tolche,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Rabbi abdii sii kennee waan mishaa maraa sii godhe, mootummaa Israa'elii irra si kaaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa waadaa si goottaa kiyyaaf gale, waan dansaa mara si'iif godhee Israa'el irralle'etti yennaa si mootii godhe,