1 Samuel 25:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
atini gaafasi diqole gaabite ilaalefatu waan atini fayyuma tana d'iiga nama jissite haalo baafateefi. Ammalle gaafa AABBO Waaqi sii eebise, na inded'ini, aabbo kiyya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kun yaada garaa gooftaa kiyyaa ka gufachiise waan hin taaneef dhiiga dhangalaasu'uun yookaan haluu baafachu'uun hin ta'u; Rabbi gooftaa kiyyaaf yoo waan mishaa godhe ana garbittii tee yaadadhu» jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dhiigi ati sababa malee dhangalaatte yookiin harka keetiin wonni ati haluu baate waan hin jirreef, si goottaa kiyya wonni ati itti gadditu yookiin wonni ati ifi gaabbitu tokkolle hin jiraattu. Mootiin Waan Maraa waan dansaa si'iif yennaa godhe, maganne'e, ana tajaajiltuu teeti qaabadhu» jette.