1 Samuel 25:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi si eebisinna, maro atini waan dansa heredde, d'iiga nama jissitifi haalo anini harka kiyyaani bafad'u na d'owarteefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa adhaa dhiiga jissu'uuf haluu baafachuu irraallee na oolchiteertaa ati eebbifami.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka ani dhiiga hin dhangalaannee fi harka kiyyaan akka ani haluu hin baane ka na eege yaad keeti dansaan sun eebbifamuu ti; atille eebbifami.