1 Samuel 25:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi yayu si wotolchu na d'owe ammo maqa Waaqa jiru ka Israelitini kakhad'a ato atini sila arifate fuula keesa na d'ufu baate, nami d'iira ka Nabali ch'ufa bori diirama lafti iti imbariitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu ati ija keessa na dhufuu baattee dhugaa Waaqa Israa'elii silaa haga boru ganamaatitti ilmaan Naabaalii keessaa dhiira tokkollee uduu hin hambifne ajjeesa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo ati ariifattee na bira dhufuu dhabaattee, dhugaa Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'elii ka jiraataa te'ee, ka akka ani si hin miine godhee, haga ganamatti namoota Naabaalii keessaa dhiira ka te'e tokkolle hin hafuuyyu» jedhe.