1 Samuel 25:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Daudini waan isiini d'ufteeni iraa fuud'e waan jed'eeni, Beeni, nagayaani gali, dubbi tante yayu d'agaye, waan atini nani jette kana ch'ufa sii guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti waan isiin isaa fidde harkaa fudhatee «Ani dubbii kee dhageeffadhee waan ati na kadhattellee sii kenneera; nagayaan gara mana keetii deebi'i» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti waan isiin isaaf fidde harka isi'ii irraa fudhatee, «Kunoo, ani dubbii teeti dhage'eera; waan ati na kadhattelle si'iif hin kenna. Nageyaan gara mana keetii deemi!» jedheen.