1 Samuel 25:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abigailini gara Nabali, ka worrati ufuma tae jila, jila hayyu fakaatu tolfatu, galte. Inni farso d'uge machae guddo gammachu qaba, tanaafi isiini haga lafti bariituti woma iti inhimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abigiyaan deebitee gara Naabaalii dhufte; Naabaal fiixaa ufiitii nyaachisa mana mooti'ii keessatti qopheesse nyaata'aa dhuga'aara; waan machaayeef garaa ufii keessatti gammada'aa ture; kanaaf haga lafti bari'utti isiin waan tokkollee isatti hin himne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abigaayil gara Naabaalii yennaa deebite, inni jila akka jila mana mootichaa mana ifii keessatti jilifatee guddoo machowee gammadiisatti jiraayyu. Maarre isiin haga latti bariitutti waan tokkolle isatti hin hinne.