1 Samuel 25:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba boriyyaate isa machini ira gallaani isiini waan ch'ufa iti haasofte. Jennaani maruma tokotu onneeni isaa hammate, akanumati kokotae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ganama haga machiin irraa bade Abigiyaan haati manaa isaa dubbii kana isatti himte; inni waan nayeef onneen isaa qabbanooftee akka dhaga'aa taate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ganama Naabaal machii yennaa balleeffate, Abigaayil haati manaa isaa waan kana mara isatti hintee jennaan, onneen isaa naasu'uun dhowantee inni akka dhaka'aa te'e.