1 Samuel 25:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini aka Nabalini due d'agaye jennaani maqaani AABBO Waaqa ha guddatu jed'e, Inni yayu Nabali nama na arabse ijeese, haalo na baase, waan hamtu anini sila tolchu ch'ufa na d'owe. AABBO Waaqi yayu Nabali maro ch'ubbu isaatiifi waan isaa male itiini d'ufe. Jennaani Daudini qonqo Abigailiti erge, si fuud'u fed'a jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti akka Naabaal du'e haga dhagaye «Waan inni na arrabseef Rabbi Naabaaliin waan haluu naa baaseef ani ammo akka isa hin ajjeefne waan na dhooggeef galanni isa haa gawu; inni waan hammeenna isaatiif isa adabe; achiin maayessa Daawiti gara Abigiya'aa namoota ergee akka isii fuudhu'uuf ta'u itti himaa'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti akka Naabaal du'e yennaa dhage'e, «Naabaalii na arrasse ka haluu naaf baye, ana tajaajilaa ifiille waan hantuu godhiisa irraa ka na eege, Mootiin Waan Maraa leellifamuu ti. Inni waan hantuu Naabaal huje san mataa isaatitti deebiseera» jedhe. Achiin duuba Daawiti Abigaayil fuudhiisaaf itti ergate.