1 Samuel 25:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini ka lafa aloo keesa jiru waan suni d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti hojjataa ufii irraa oduu kana dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti goomolee keessa adoo jiruu, Naabaal hoolee ifii irraa rifeensa quxatiisatti akka jiru dhage'e.