1 Samuel 25:43 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Daudini Ahimaamu ta Yezreeli d'ufte qara fuud'e qaba, duuba amma tana Abigailileni niiti isaa taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin dura Daawiti Akinaahoomii dubartii biyya Iyiziraa'elii fuudhee ture; isaan lachuu haadha manaa ta'aniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti dubartittii biyya Yizre'elii Ahiino'aamille fuudhee isaan lamaanuu haadha manaa isaa te'ane.