1 Samuel 25:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni kaima kud'ani erge waan jed'eeni, Nabali, ka Karmeli jiru, d'aqa nagaya iti na hima, waan jettaniini,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti dargaggeeyyii kudhanii filatee gara Qarmeloosii akka dhaqan maqaa isaatiin nagaya akka gaafatan ajajee erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Daawiti dargaggoota kudhan ergee, «Gara Qarmelosii Naabaal bira dhaqa'aatii maqaa kiyyaan nageya isa fuudha'a.