1 Samuel 25:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini sifi worra kanketifi waan kanke ch'ufa nagaya d'aamafi
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhaamsa akkana jedhu Naabaalitti himaa'a, «Bara dheeraa jiraadhu nageenni si'ii fi maatii keetiif, nageenni waan ati qabdu maraafuu haa ta'u»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Bara dheeraa le'i! Nageenni si'iif te'u! Nageenni mana keetii fi waan ati qaddu maraaf te'u!