1 Samuel 25:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni aka atini hooliye tante rifeensa iraa ch'irtu d'agaye, waan jed'u. Nu tissitu ree teeti gaafa isiini fulla teenna jirtu woma intolchine. Ammalle gaafa worri Karmeli jiru taka woma iraa inhanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka ati hoolota irraa rifeensa mura'aartu dhagayeera; hennaa tisseen tee nu woliin turan miidhaan tokkollee isaan irra hin geenne; hennaa nu bira jiran wonti tokkollee jalaa hin hanqanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati rifeensa hoolota teetii akka quxiisatti jirtu dhage'eera; tissitooti teeti yennaa nu woliin jiranu, nuuti isaan hin miine; isaan bara Qarmelos keessa jiranu mara wonni tokkolle isaan duraan hin banne.