1 Samuel 25:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worruma gaafad'i, worri siti hima. Guyyaani kunini guyya jilati, kaima kiyya kana qarqaari, waan d'aqabdu ilma kanke Daudifi hojatu isaa tana kenni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanuu waan kana sitti himan; nu adha guyyaa mishaa dhufne; Daawitillee dargaggeeyyiin tiyya si afo'otti kabajjaa haa argatanii; yabo'oo ijoollee teetii fi Daawitiifillee waan argite ergi» jedhan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajiltoota teeti gaafadhu, isaan sitti hin himan. Tanaaf nuuti guyyaa jilaa waan dhunneef, dargaggooti tiyya tun si duratti fudhatama dhaggatuu ti. Maganne'e tajaajiltoota teetii fi ilma keeti Daawitiif waanuma qaddu kenni› jedha'aan» jedhe.