1 Samuel 26:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri toko ka Zifu, Saulo ka Gibea jiruti d'ufe waan jed'eeni, Daudini gaara Hakila ka Yesbimoni ilaboruti d'okhachu jiraniti?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni hagoon Ziifii ka'anii hulee Saa'ol jiru Gibi'atti dhaqanii «Daawiti lafa onaa tulluu Hakilaa jedhamtu ta isa afoo jiru irratti dhokateera?» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti biyya Ziifii gara Saa'olii Giibe'aa dhaqanee, «Daawiti kooba Hakiila'aa irraa, fuullee lafa goomole'eetitti dhokateera motii?» jedhaneen.