1 Samuel 26:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi na didinna waan anini nama inni hayyu tolche wo tolchuufi! Kooti, woraana isaatiifi sorora isaa fuune biraa yaana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garuu nama Rabbi dibee moosise irratti akka harka kiyya ol hin fudhanne Rabbi na haa eegu! amma garuu mee eboo isaa ka mataa isaa gubbaa jiruu fi xuwwee bisaanii san fudhannee deemnaa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama Mootiin Waan Maraa muude ijjeesiisa irraa Mootiin Waan Maraa na eeguu ti! Ammoo eboo isaatii fi duloo isaa ta bisaanii ka mataa isaa dura jiranu san fuudhi hin ideennaa!» jedhe.