1 Samuel 26:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Daudini bale gama suniti olqabate diqo fagaate, gaara kore lalabe
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Daawiti gara dhooqa gamaa ceeyee achii fagaatee mataa gaaraa irra dhaabate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti gara gamaa achi bu'ee isaan irraa fagaatee qaccee koobaa irra dhaabbate; wodhakkaa isaanii fageenna gudda'atti jiraayyu.