1 Samuel 26:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti atini taate sunini dansaaniti anini maqa Waaqa jirutini kakhad'a, isani ch'ufti duu maltani waan isani abba keesani ka AABBO Waaqi muude inqorqoratinifi. Me, ufi d'aatu laala, woraani hayyicha me? Sorori bisaani ka fulla mata isaa jiru me?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti ati goote kun misha'aa miti; atii fi namoonni kee gooftaa keessan ka Rabbi dibee moosise waan hin eenneef dhugaa Rabbii jiraata'aa du'uu isin barbaachisa; Eboon mootichaatii fi xuwween bisaanii ka mataa mootichaa gubbaa jiru meeti? mee naannoo kee laali!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni ati hujje kun dansa'aa moti. Goottaa keessan ka Mootiin Waan Maraa muude waan hin eeginiif, dhugaa Mootii Waan Maraa ka jiraataa te'ee, atii fi namooti keeti du'uu qaddan. Eboon mootichaatii fi meyi bisaanii ka isaa ka mataa isaa dura jiranu meet ree? Me adaala keeti ilaali!» jedheen.