1 Samuel 26:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aabbo, atini maanifi ammalle na reebda? Anini maani yaake? Wollaali kiyya maani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati gooftaa kiyya ana garbicha kee maali'iif ari'aarta? maal si godhe? balleessaan ani hojjadhe maali'i?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Itti dabalee, «Ee goottaa kiyya, maaf ana tajaajilaa keeti ariita? Ani maan godhe? Ani maan yakke?