1 Samuel 26:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sauloni hojuma suni kae, askarti Israeli nama kuma sadi dadansa ch'alla wolti filate lafa aloo ta Zifu Daudi barbaadaa iti d'aabate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol loltoota Israa'elii keessaa namoota kuma sadihii filatee fudhate; Daawitiin soqu'uuf Ziifiin lafa udume'ee dhaqan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Saa'ol ka'ee namoota Israa'elii ka filamane kuma sad woliin Daawiti barbaadiisaaf gara goomolee Ziifii deeme.