1 Samuel 26:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'iiga kiyya, lafa nyaapa keesati, fulla AABBO Waaqi injirreti, injissini. Hayyuuni Israeli maanifi taffi aka kiyya kana ijeesu d'ufa? Inni maanifi aka gororii na had'achu d'ufa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fuula Rabbii afo'oo na fageessitee dhiinni kiyya akka jigu hin godhin; mootiin Israa'elii guddaan kun akka nama gogorrii dhadhooluu ana nama haga taffi'ii kana maali'iif soqaa deemta?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka nama gaara irratti gogorrii adansuu, Mootiin Israa'elii ana nama taffii tokko barbaadiisaaf waan bayeef dhiigi kiyya Mootii Waan Maraa duraa fagaatee akka dhangala'u hin godhin!» jedhe.