1 Samuel 26:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini waan jed'eeni, Woraani kanke kana, nami kanke toko ha d'ufe fuud'uti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti ammo «Mootii kiyya eboon kee kunooti; loltoota keessaa namni tokko dhufee haa fuudhuu jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitille deebisee, «Ee mooticha, kunoo, eboon teeti as jirti, dargaggoota teeti keessaa tokko dhufee fuudhuu ti!