1 Samuel 26:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi nama d'ugaafi qajeeluma gula deemu ineebisaafi. AABBO Waaqi arra ya harka kiyyati si kenne, ammo anini nama inni muude hayyu tolche tuqu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi namoota qajeelaa ta'aniif amanamummaa qabanii gatii isaanii isaanii kenna; inni adha harka kiyyatti dabarsee si kenne; ani ammo ka Rabbi dibee moosise harki kiyya ajjeesuu hin barbaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa nama tokko tokkoofuu akka balchummaa isaatii fi addatamummaa isaatitti gatii isaaf kennuu ti. Mootiin Waan Maraa adha harka kiyyatti si dabarsee waan kenneef, ani ammoo nama Mootiin Waan Maraa muude hin miidhu.