1 Samuel 26:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma arra anini lubbu si baase kana AABBO Waaqi akasuma lubbu na baase gaargala ch'ufa keesaa na baasina!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma lubbuun tee ana biratti ulfinna argatte lubbuun tiyyallee Rabbiin biratti ulfinna haa argattu; Rabbi rakkinna guddaa keessaa na haa baasu!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma adha lubbuun teeti na duratti ulfinna dhaggatte, lubbuun tiyyalle Mootii Waan Maraa duratti ulfinna dhaggatuu ti! Inni rakkinna mara keessalle'ee na baasuu ti» jedhe.