1 Samuel 26:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
kara keesa gaara Hakila gubbaa bule. Daudini lafuma aloo suni keesa jira, inni aka Sauloni isa barbaadu d'agaye jennaani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'ol tulluu Hakilaa jedhamtu ta Seemooniin afoo jirtu irratti quphate; Daawiti garuu lafa udumee keessa jira; Saa'ol isa dudda duubaan gara lafa udumee sanii akka dhufe hennaa arge,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol kooba Hakiila'aa ta fuullee lafa goomole'ee cinaa kara'aa qubate. Daawiti ammoo goomolee keessa ture; inni akka Saa'ol haga achii isa hordofee dhufe yennaa dhagge,