1 Samuel 26:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni hojuma suni kae, fulla Saulofi Abinerini, ilmi Neri ka gudda askarti Saulo bulani, arge. Sauloni jiddu duula bule, ka nami ch'ufti isa marsu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achii ariifatanii ka'anii Saa'olii fi ajajaan loltootaa Abaaneer ilmi Neerii eessa akka rafaniiran arge; Saa'ol hulee itti dhokateeru keessa loltoota wodhakkaa rafa'aa ture; loltoonni isaa ammo naannoo isaa marsaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti ka'ee addee Saa'ol Qubateeru dhaqee, Saa'olii fi ajajaan loltoota isaa ilmi Neerii Abneer addee rafaneeranu dhagge. Saa'ol odduu quttumaa rafee loltooti isaa adaala isaa qubataneeraniiyyu.