1 Samuel 26:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Daudini Ahimeleki ka gosa Hititifi Abishai ka oboleesa Yoabu (haati worraa Sheruya jed'ani) gaafate waan jed'eeni, Isani lamaani kana keesa eentu fulla Sauloni jiru suni na woliini deema? Jennaani Abishaini Anati deema jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Daawiti Abemelekii fi Abisaa ilma Tsuuriya'aa obboleessa Iyyo'aabii saniin, «Eentu na woliin gara hulee Saa'ol jiruu dhaqa?» jedhee gaafate; Abisaan, «Ani si woliin deema» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti Ahiimelekii nama biyya Heetotaatii fi ilma Zeruyaa obboleessa Yo'aabii Abiishaayiin, «Eentu na woliin gara addee quttuma Saa'olii gad dhaqa?» jedhee gaafate. Abiishaayille, «Ani si woliin hin dhaqa» jedhe.