1 Samuel 26:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abishaini waan Daudini jed'e, Arra AABBO Waaqi yayu nyaapa kanke harka kanketiti kenne. Amma eegi, woraanuma isatini isa tumad'e lafati hod'a, maruma toko iti indeefad'u!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abisaan Daawitiin «Adha Rabbi diina kee harka kee jala galche; kanaafuu amma hennaa lama uduu hin taane hennama tokkoon woraana kana fudhee lafaan wolitti hodhuu!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Abiishaayi Daawitiin, «Waaqi adha diina keeti harka keetitti dabarsee kenneera; amma ani yennuma tokko eboo tiyyaan Saa'ol woraanee lafa woliin wolitti hodha; ittille dabaluu hin barbaachisu» jedhe.