1 Samuel 27:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akishini Atini lafa tami baate galte? jed'e gaafate. Duuba Daudini waan jed'uuni, Anini bita lafa Yuda d'aqe yokhaani lafa worra Yerameeli yokhaani lafa worra Keni d'aqe jed'aani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ankus «Adha ammo eessatti duultee dhoofte?» jedhee Daawitiin gaafannaan inni ammo «Gara kibbaatiin daangaa Yihuuda'aa, daangaa worra Yiraahimi'elii, daangaa worra Qeenotaatiin itti duullee lolle» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akiishi, «Adha eessa duultane?» jedhee yennaa gaafate, Daawiti, «Biyya Yihuda'aa ta gara kibbaa, biyya Yiraahimii'elii ta gara kibbaatii fi biyya Qenootaa ta gara kibbaatitti duulle» jedheen.