1 Samuel 27:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini nama ch'ufa fit'e, d'iirafi nad'eenile, aka nami tokoleeni dira Gathi d'aqe waan isaafi jari isaa tolche namuti inhimne. Daudini haga lafa Filisti keesa tae ch'ufa akasuma tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni gara Geetii dhufan Daawiti waan kana nu irratti hojjate jedhanii odeessan jedhee waan yaadeef dhiira yookaan dubartii tokkollee hin hambifne inni biyya Filisxeemii keessa hennaa jiraate maraa akkasuma godha ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti, «Namooti gara Gaatii dhufanee, ‹Daawiti waan akkasii hujeera› jedhanee hin odeessan» jedhee waan herregeef, dhiira yookiin dubartii tokkolle hamburee gara Gaatii hin finne. Inni biyya Filisxeemotaa keessa haga le'e mara akkasuma godhaa ture.