1 Samuel 27:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Akishini guddo Daudi d'ugeefate waan ufiini jed'e, Gochiti isaa yayu isa jibbite, tanaafi inni haga jiru ch'ufa naa hojata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ankus, «Daawiti banii Israa'elii keessatti guddisee waan jibbameef baraa haga bara baraa hojjataa kiyya naa ta'a» jedhee amane.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akiishille gadhaa ifii keessatti, «Inni kolbaa ifiituu kolbaan Israa'elii akka isa jibbitu waan godheef, haga bara baraa tajaajilaa kiyya hin te'a» jedhee waan herregeef, Daawiti addate.