1 Samuel 27:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achi Daudifi jari isaa kaani worra ufi woliini qubatani. Daudini nad'eeni isaa lachu woliini jira, Ahimaamu ta Yezreeli d'ufteefi Abigaili ta Nabalini iraa due, ta Karmelii baate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitii fi namoonni isaa maatii ufii woliin biyya Geetii taa'an; Daawiti haadha manaa ufii Akinaahoomii gosa Iyiziraa'eliitii fi haati manaa isaa Abigiyaan ta Naabaaliin biyya Qarmeloosii fuudhe haawwota manaa ta'aniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitii fi namooti isaa tokko tokkoon isaanii maatii ifii woliin Gaati keessa Akiishi bira le'ane. Daawitille haadhotii manaa ifii lama Ahiino'aamii nama biyya Yizre'eliitii fi Abigaayil ta Naabaal irraa du'e nama biyya Qarmelosii woliin jiraayyu.