1 Samuel 27:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini waan Akishini jed'e, Hojja atini jaala kiyya taate, dira diqa toko naa kenni aka anini keesa tau; wonti dira gudda kana keesa anini si woliini taufi injirtu, aabbo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti mooticha Ankusiin «Yoo na jaalatte qachattii diqqoo takka keessa akka jiraadhu na hoffolchi; gooftaa kiyya, ani si woliin qachaa keessa jiraachuun hin ta'u» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti Akiishiin, «Ani tajaajilaan keeti maaf si woliin qachaa mooti'ii keessa le'a? Ani si duratti fudhatama yoo dhaggadhe, qachoota biyya kanaa keessaa tokko keessatti addeen ani le'u naaf kennantuu ti» jedhe.