1 Samuel 27:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Akishini dira Ziklagi isaa kenne, tanaafi Ziklagini arti asi dira hayyoota Yudaa taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Ankus qachaa Tsiqilaagii kenneef; kanaafuu qachattiin sun guyyaa san irraa jalqabdee ta mootota Yihuuda'aa taate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre gaafuma san Akiishi qachaa Siiqlaagii isaaf kenne. Qachaan Siiqlaagii guyyaa sanii jalqabee ka mootota Yihuda'aa te'e.