1 Samuel 27:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini addeesafi dukana kud'ani jaa lafa Filisti keesa tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka kanaan Daawiti biyya Filisxeemii keessa woggaa tokkoo fi ji'a afurii ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti biyya Filisxeemotaa keessa woggaa tokkoo fi ji'a afur le'e.