1 Samuel 27:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bara suni Daudifi jari isaa worra Gesharitifi ka Girisitifi ka Amaleki, ka haguma duriti lafa suni keesa tau, d'aqani had'ani. Innii lafa worraa haga Shuri fuud'e Misiriti d'aabe had'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san keessa Daawitii fi namoonni isa woliin deeman Gashuurota, Gariizotaa fi Amaaleqootatti duulan; biyyoonni isaan keessa jiraatan kunniin Tele'oomiin irraa jalqabee Suurii haga biyyoota gara Misirii fidaniiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitii fi namooti isaa dhaqanee, Geshuurota, Giirzotaa fi Amaaleqootatti duulane. Worri kun dur lafa Shuuriitii haga lafa Gibxi'ii keessa le'ane.