1 Samuel 28:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Sauloni isiiti kakhate waan jed'e, Anini maqa AABBO Waaqatini kakhad'a aka hojja atini waan kana naa himtele woma si intolchini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Saa'ol, «Dhugaa Rabbii jiraata'aa sababaa kanaaf miidhamni tokkollee akka si irra hin geenne maqaa Rabbiitiin sii kakadha.» isi'iin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saa'ol, «Dhugaa Mootii Waan Maraa ka jiraataa te'ee, waan kanaan ati hin adabantu» jedhee maqaa Mootii Waan Maraatiin kakate.