1 Samuel 28:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi waan jed'eeni, Insodatini, maani agarte? Isiini waan jetteeni, Anini ekhera lafa keesaa bau jirtu arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi ammo dubartitti'iin, «Hin sodaatinii amma maal arga'aarta?» jedhee dubartittii gaafate; Isiinillee Saa'oliin «Waan akka gaachena Waaqaa qabu tokko uduu lafa keessaa ol bawu arge» jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi isi'iin, «Hin sodaatin! Maan dhaggiisatti jirta?» jedhe. Dubartittiin deebittee Saa'oliin, «Ayyaanni tokko tokko lafa keessaa ol bayuun dhagga» jette.